Site icon Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo Baha Shaggar ona Boosat keessatti diina adabaa jira

Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo Baha Shaggar ona Boosat keessatti diina adabaa jira.

ONM-ABO Fulbaana 29, 2022 Abdii fi gaaddisni saba Oromoo WBOn tarkaanfii laalessaa waraana weerartuu PP irratti fudhatu itti fufuun godina Baha Shaggar ona Boosat keessatti diina du’aa fi madoon adabaa jira.

Lola ganama har’aa ona Boosat magaalaa Boolee mooraa waraana bilxiginnaa 9ffaa jedhamu jiru irratti haleellaa fudhachaa jiruun du’aa fi madoon adabee jira.

Guutuu gabaasa kanaa akkaataa lolli itti xumurameen walitti deebina.

Injifannoon Uummata Oromoof!

Exit mobile version