Qaamonni Maqaa Nageenyaan Mootummaan Bobbaase Dargaggoota Oromoo ajjeesa jiru.
(Onkololeessa 12/2022)
Boonsaa Nugusee Tolaa Godina wallaga Bahaa magaalaa Guddattuu Arjoo keessaatti Yakka Tokko malee, ajjeesan.
Qaamonni Maqaa Nageenya Eeksisuu maxxanfatanii Magaalicha keessa socho’an, guyyaa saafaadha Mana waamanii Rasaasan ajjeesan.

