• Sat. Mar 14th, 2026

Qaamonni Maqaa Nageenyaan Mootummaan Bobbaase Dargaggoota Oromoo ajjeesa jiru

Oct 12, 2022

Qaamonni Maqaa Nageenyaan Mootummaan Bobbaase Dargaggoota Oromoo ajjeesa jiru.

(Onkololeessa 12/2022)

Boonsaa Nugusee Tolaa Godina wallaga Bahaa magaalaa Guddattuu Arjoo keessaatti Yakka Tokko malee, ajjeesan.

Qaamonni Maqaa Nageenya Eeksisuu maxxanfatanii Magaalicha keessa socho’an, guyyaa saafaadha Mana waamanii Rasaasan ajjeesan.

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading