Magaalaa Finfinnee Keessaatti Dargaggeessa Oromoo Rasaasan ajjeefame.
(SQ-Onkoloolessa 12/2022)
Dargaggoo Mo’iboon Baqqalaa Yeroo Gara garaatti Mana hidhaa biyyatti keessaatti dararama kan ture ,Onkoloolessa 12/2022 Qaamota Mootummaan hidhataniin rukutamee ajjeefame.

