Humnoonni Mootummaan Bobbaase Artistii Oromoo Magaalaa Finfinnee keessaatti Miidhaa irraan ga’aniin Hoospitaala seene.
(SQ-Mudde 11/2022)
Artistii Oromoo beekamaa fi Jaallatamaa Ka ta’ee Kabbee Kabbitoo (Jaakoo Amantee) galgala kana magaalaa Finfinnee naannoo 24 jedhamutti qaama hin beekamneen miidhaan cimaa irra gahuun hospitaala seenee jiraachuun beekameera.

