• Sat. Mar 21st, 2026

Humnoonni Mootummaan Bobbaase Artistii Oromoo Magaalaa Finfinnee keessaatti Miidhaa irraan ga’aniin Hoospitaala seene

Dec 11, 2022

Humnoonni Mootummaan Bobbaase Artistii Oromoo Magaalaa Finfinnee keessaatti Miidhaa irraan ga’aniin Hoospitaala seene.

(SQ-Mudde 11/2022)

Artistii Oromoo beekamaa fi Jaallatamaa Ka ta’ee Kabbee Kabbitoo (Jaakoo Amantee) galgala kana magaalaa Finfinnee naannoo 24 jedhamutti qaama hin beekamneen miidhaan cimaa irra gahuun hospitaala seenee jiraachuun beekameera.

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading