• Tue. Nov 24th, 2026

Warraaqsi Oromiyaa Baraaruu akkuma itti fufeetti jira

Dec 12, 2022

Warraaqsi Oromiyaa Baraaruu akkuma itti fufeetti jira.

(SQ-Mudde 12/2022)
Barattoota Yuunivarsitii kolleejjii New generation Naqamtee sagalee utuu dhageessifachaa hiriiraan uummatatti makamaa jiranii poolisiin Oromiyaa bakkee keessa arii’ee reebuudhaan bittinneessani jiru. Akka Maddi Sagalee Qeerroo Bilisumaa Oromoo himuutti Poolisiin Oromiyaa Barattoota humnaan Reebee ari’eera jechuun dubbatan.

Leave a Reply