Site icon Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Sirni Geggeessa Barreessa, Dargaggoo Mo’iboon Baqqala Geggeefamutti jira

Sirni Geggeessa Barreessa, Dargaggoo Mo’iboon Baqqala Geggeefamutti jira.

(SQ-Onkoloolessa 14/2022)
Barreessaa kitaaba Afaan Oromoo Dargaggoo Mo’iboon Baqqalaa onkoloolessa 12/2022 Magaalaa Finfinnee Bakka Adda Saansusii jedhamee beekamutti Rasaasan rukutamee Hoospitala seenus Lubbuun Ooluu hindandeenye.

Sirni Geggeessa Isa Bakka Dhalootasa Magaalaa Naqamtee Waldaa Guutuu Wangeelaa Dargeetti bakka Jaallattoonnifi Firoottan akkasuma Mararfattoonni isa argamaniitti geggeeffama jira.

Exit mobile version