Marii Miseensota WBO fi Gaasaxeessitoota ONM – ABO Jaal Daandii Elemoo fi Jaal Naatoo Lammii waliin dhimmoota Ijoo yeroo Oromoo fi Oromiyaa addatti Magaalotaa fi gandeen Oronoota Oromiyaa WBO tiin guutuutti dhuunfatamanii fi Odeessaa danuu baayyee argachuuf galgala kana sa’a 2:00 PM akka Finfinneetti youtube ONM-ABO, Telegram Arraata Biyyoolessa Oromiyaa akkasuma satellite TV 📺 FNN daawwadha
Oromiyaan Biyya
Injifannoon Uummata Oromoof
ONM – ABO Miidiyaa Sagalee Cunqurfamotootaa

