• Wed. Mar 25th, 2026

Marii Miseensota WBO fi Gaasaxeessitoota ONM – ABO Jaal Daandii Elemoo fi Jaal Naatoo Lammii waliin dhimmoota Ijoo yeroo Oromoo fi Oromiyaa

Nov 4, 2022

Marii Miseensota WBO fi Gaasaxeessitoota ONM – ABO Jaal Daandii Elemoo fi Jaal Naatoo Lammii waliin dhimmoota Ijoo yeroo Oromoo fi Oromiyaa addatti Magaalotaa fi gandeen Oronoota Oromiyaa WBO tiin guutuutti dhuunfatamanii fi Odeessaa danuu baayyee argachuuf galgala kana sa’a 2:00 PM akka Finfinneetti youtube ONM-ABO, Telegram Arraata Biyyoolessa Oromiyaa akkasuma satellite TV 📺 FNN daawwadha

Oromiyaan Biyya

Injifannoon Uummata Oromoof

ONM – ABO Miidiyaa Sagalee Cunqurfamotootaa

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading