Site icon Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Labsii Qeerroo Bilisummaa Oromoo Mudde 12/2022 Kaasee Hojiirra Ooluu bakkoota hedduutti Hojiirra Oola jira

Labsii Qeerroo Bilisummaa Oromoo Mudde 12/2022 Kaasee Hojiirra Ooluu bakkoota hedduutti Hojiirra Oola jira.
(SQ-Mudde 11/2022)

Koreen Qindeessituu Warraaqsa Oromiyaa Haa Baraarruu labsii guyyaa har’a jechuun mudde 11/2022 Labsuun niyaadatama.

Muddee 11/2022 Galgala Kana Bakkoota hedduutti Daandiin cufameera. Lixa Oromiyaa Guutummaatti Hojiirra Oolaa jira. Bakkoota biroottis Labsichii Hojiirra ni oola!

Koree Qindeessituu Warraaqsa Oromiyaa Haa Baraarruu haa dhaggeeffannuun Dhaamsa Keenya!

Exit mobile version