Qeerroo Bilisummaa Oromoo-QBO Oromo Youth Liberation Movement
Qeerroo Bilisummaa Oromoo-QBO #oromoyouth_liberation_movement #qbo_post #everyonefollowers #highlights https://youtube.com/@sagalee_qbo?si=63ANtV2dDHfLSpw9
Qeerroo Bilisummaa Oromoo-QBO #oromoyouth_liberation_movement #qbo_post #everyonefollowers #highlights https://youtube.com/@sagalee_qbo?si=63ANtV2dDHfLSpw9
Akeekni fincila diddaa gabrummaa ummata Oromoo ifaa dha. Gabrummaa waggaa dhibbaa fi shantamaa olii sirni Impayera Itiyophiya ofirraa darbuudhaan, mirga…
Mee Haa Yaadannu! Jaagamaa Badhaanee sabboonticha OromooEenyuu hin dagatu ifa baasaa qomooGoota seenaa qabu Alamaayyoo GarbaaDiinaaf gad hin jedhu dhaadataa…
Gadaan maali? Jechi “Gadaa” jedhu ummata Oromoo fi sirna bulchiinsa isaa isa addaa, durii kan agarsiisudha. Sirni Gadda dimokraatawaa ta’e…
Qeerroon Bilisummaa Oromoo (QBO) akeeka fi mul’ata jajjabaa kan amma bilisummaa Oromoo galmaan gahuuf yayyabamee, murannoon sosso’e dha. Haala kanaan…
Nuti, Qeerroon Bilisummaa Oromoo, sochii ogeeyyoota fayyaa kan tokkummaa, namummaa fi haqummaa ofkeessaa qabu kan deeggarruu fi waliin dhaabbannu ta’uu…
Nuti, Qeerroon Bilisummaa Oromoo, sochii ogeeyyoota fayyaa kan tokkummaa, namummaa fi haqummaa ofkeessaa qabu kan deeggarruu fi waliin dhaabbannu ta’uu…
Diddaan uummataa seera uumamaati. Yoo mootummaan jiruu fi jireenya uummataa hiraarfama keessa galche, hojii isaa wallaalee uummata lola keessa jiraachise,…
Kabaja fi To’annaa Ofii Qabaachuu Ø Qeerroon bilisummaa Oromoo yeroo hunda of danda’aa fi naamusa akka sibiilaa qabu dha; dubbii…
guddeessaa fi Qabsaawota haqaa dirree irraa gatii lubbuu baasaa, galii bilisummaa saba keenyaaf hojjetaniifi qofaa dha. Injifannoo Ummata Oromoof!