Site icon Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Waraanni Bilisummaa Oromoo Zoonii kibbaa Aanaa Mooyyalee Ganda Mudhii Ambootti tarkaanfii laalessaa diina Irratti fudhachuu beeksise

ONM-ABO Ebla 6, 2023

Waraanni Bilisummaa Oromoo tarkaanfii waraana Sirna Faashistii PP Irratti fudhachuu jabeessee itti fufee jira.

Haaluma kanaan har’a ebla 6, 2023 barii barraaqa sa’a 11:00 godina booranaa Aanaa Mooyyalee ganda Mudhii Ambootti qubsuma Waraana sirnicha Irratti tarkaanfii laalessaa fudhachuun du’aafi madoon adabe jira.

Tarkaanfii Waraanni Bilisummaa Oromoo fudhatu Hanga Bilisummaafi Walabummaa Oromiyaa itti fufa.

Injifannoo Uummata Oromoof!

Exit mobile version