Keessummoonni Qophii Sagalee Bosonaa ONM-ABO Sanbata duraa borii (Fulbaana 2, 2023) Weellisaa Jaal Hinsarmuu Roorroo fi Jaal Ifabaas Hajiiti

Yeoon sagantaan itti dhiyaatu waaree booda sa’a 11:00 PM akka yeroo Finfinneetti, toora fb Arraata ONM, Telegraam Arraata Biyyoolessa Oromiyaa , Rablel ONM fi TV ONM kallattiin dhiyaata. Isin dhaggeeffattoonni keenyas waliif qoqqooda nu eeggadha isiniin jechuu jaallanna
Horaa Bulaa, deebana !