Weellisaa Jaal Seenaa Taaddasaa fi Weellisaa Jaal Jooraa Galaa Joobiraa, keessummoota Qophii Sagalee Bosonaa ONM-ABO Sanbata borii, Fulbaana 23, 2023 ti.
Qophiin kun karaa page FB Arraata ONM, Telegraam Arraata Biyyoolessa Oromiyaa, Rumble ONM fi karaa TV 📺 ONM waaree booda sa’a 11:00 PM akka yeroo Finfinneetti dhiyaata.
Horaa bulaa deebanaa, Injifannoon Uummata Oromoof!

