Haasawaa Ajajaa Ol’aanaa ABO-WBO, Jaal MDL hardha Fulbaana 20, 2023 waaree booda akka yeroo Finfinneetti sa’a 11:00 PM irratti karaa, TV 📺 ONM, Telegram Arraata Biyyoolessa Oromiyaa, Rumble ONM fi karaa Page fb Arraata ONM isaniif dhiyaadha.
Horaa bulaa deebanaa, Injifannoon Uummata Oromoof!

