Site icon Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Gaafatamaa Jaarmiyaa ABO-WBO Idil-addunyaa, Jaal Qajeelaa Siraajii fi Gaafatamaa Ijaarsaa fi Siyaasaa Jaarmayaa ABO-WBO biyya Alaa, Jaal Cichaa Goobaa keessummoota Qophii Addaa ONM-ABO Galgala Hardhaati

Gaafatamaa Jaarmiyaa ABO-WBO Idil-addunyaa, Jaal Qajeelaa Siraajii fi Gaafatamaa Ijaarsaa fi Siyaasaa Jaarmayaa ABO-WBO biyya Alaa, Jaal Cichaa Goobaa keessummoota Qophii Addaa ONM-ABO Galgala Hardhaati.

Sagantaan kun galgala kana akka yeroo Finfinneetti sa’a 2:00 PM irratti karaa Telegram Arraata Biyyoolessa Oromiyaa, Page fb Arraata ONM, akkasumas Karaa Rumble ONM fi TV 📺 ONM kan isiniif dhiyaatu ta’a.
Qoodaa waliin gayaa, horoo bulaa deebanaa, Injifannoon Uummata Oromoof!

Exit mobile version