Weellisaa Jaal Itichaa Sabaa fi Jaal Sooressaa Hundarraa, Keessummoota Qophii Sagalee Bosonaa ONM-ABO Onkoloolessa 21, 2023 ti.
Qophiin kun akka sa’a Finfinneetti waaree booda sa’a 11:00 PM irratti, karaa Rumble ONM, Telegram Arraata Biyyoolessa Oromiyaa, TV 📺 fi karaa page fb Arraata ONM isaniif dhiyaataa, nu eeggadha!
Horaa bulaa deebanaa, Injifannoon Uummata Oromoof!

