Site icon Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Weellisaa Jaal Abdii Dirribaa fi Weellisaa Jaal Abbaa Roobaa, Keessummoota Qophii Sagalee Bosonaa Onkoloolessa 7, 2023 har’aati

Weellisaa Jaal Abdii Dirribaa fi Weellisaa Jaal Abbaa Roobaa, Keessummoota Qophii Sagalee Bosonaa Onkoloolessa 7, 2023 har’aati. Qophiin kun harrdha waaree booda sa’a 11:00 akka yeroo Finfinneetti karaa Rumble ONM, Page fb Arraata ONM, Telegraam Arraata Biyyoolessa Oromiyaa fi TV 📺 ONM isiniif dhiyaata.

Horaa bulaa !

Exit mobile version