ONM-ABO Guraandhala 4, 2024
Gootochi Waraana Bilisummaa Oromoo godina Lixa Shaggar aanaa Jibaat keessatti waraana faashistii PP irratti tarkaanfii laalessaa fudhachuun du’aa fi madoon adabee meeshaa irraa hiikkachuun of duraa guutuutti buqqisaa jira.
Guutuu gabaasa isaa walitti deebina!

