Site icon Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Ajajootni poolisii idilee godina Iluu Abbaa Booraa aanaa Allee magaalaa Goreetti guyyaa har’aa waltajjii eegalanii jiru

ONM-ABO Guraandhala 13, 2024

Waltajjiin isaanii dhimma nageenyaa jechuun ajandaa bilxiginnaa tursiisuu irratti mari’atu.

Godinicha keessatti Waraanni Bilisummaa Oromoo akka hin babal’anne hojjechuu qabna jechuun maree akka taasisan kan eerame yoo ta’u, Jimaata darbe WBOtu daangaa Gambeelaa fi Iluu Abbaa Booraa naannoo Kulaaliitee jedhamtutti argame jechuun konkolaataan gara sanatti fiiguun uummata goolaa akka turan ni beekama.

Exit mobile version