Site icon Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo kaleessa tarkaanfii waraana PP irratti godina Lixa Shaggar aanaa Noonnoo magaalaa Qirqaambaa keessatti fudhatee

ONM-ABO Ebla 9, 2024

Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo kaleessa tarkaanfii waraana PP irratti godina Lixa Shaggar aanaa Noonnoo magaalaa Qirqaambaa keessatti fudhateen hedduu ajjeesuun gariin madeessee bireena 1, AKM 20 fi rasaasa irraa hiikuun qabsoof galii godhee jira.

Injifannoon Uummata Oromoof!

Exit mobile version