Site icon Qeerroo Bilisummaa Oromoo

WBOn Zoonii Bahaa Magaalaa Ciroo Keessatti Tarkaanfii fudhate

ONM-ABO Caamsaa 14, 2024

Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo Zoonii Bahaa kaleessa Caamsaa 13 galgala sa’a 4:00 hanga sa’a 5:00tti godina Lixa Harargee magaalaa godinaa Ciroo seenuun iddoo galma walgahii ilmaan Oromoo humnaan guuranii walitti qabuun leenjii waraanaa geessuuf qopha’anii jiran waraana Abiy Ahimed eegumsa irra turte rukutee guutuu guutuutti harkaa baasee jira.

Akka kanaanis magaalaa guddoon godina Lixa Harargee Ciroon dhukaasaan raafamaa bulte. Tarkaanfii korommmiin baha biiftuu waraana faashistii PP irratti fudhachuun dargaggoota gadhiisisan kanaanis loltoota Abiy Ahimed irraa afur ajjeeffamuun 10 ol madoofteetti.

Injifannoon Uummata Oromoof❗️

Exit mobile version