Site icon Qeerroo Bilisummaa Oromoo

WBOn Zoonii Lixaa kaleessa Waxabajjii 22 tarkaanfii laalessaa godina Baha Wallaggaa aanaa Billoo Boshee keessatti waraana faashistii PP irtatti fudhatee

ONM-ABO Waxabajjii 24, 2024

WBOn Zoonii Lixaa kaleessa Waxabajjii 22 tarkaanfii laalessaa godina Baha Wallaggaa aanaa Billoo Boshee keessatti waraana faashistii PP irtatti fudhateen hedduu du’aa fi madoon adabuun qawwee AKM 20 irraa hiikee loltoota bilxiginnaa 5 harkaan qabee jira.

Bobbaan_Irbuu_Shinniggaa itti fufa ❗

Injifannoon Uummata Oromoof ❗

Exit mobile version