ONM-ABO Hagayya 15, 2024
Abdii fi gaachanni uummata Oromoo WBOn Zoonii Madda Albuudaa godina Booranaa Bahàa aanaa Gooroo Doolaatti waraana faashistii PP mooraa Saraansar irra ganda Dhuqqootti bobbaatee kaleessa Hagayya 14, 2024 tarkaanfii laalessaa irratti fudhateen battalatti 3 du’aan 7 ammoo madoon adabeera.
Injifannoon Uummata Oromoof!

