ONM-ABO Muddee 2, 2024
WBOn zoonii giddu gala Oromiyaa Kaaba Shaggar aanaa Warraa Jaarsoo ganda Dhahee Sillaasee keessatti tarkaanfii kaleessa Muddee 1 fudhateen waraana impayeera Itoophiyaa irraa 28 ajjeesuun 25 ol madeessee injifaannoo boonsaa diina irratti argateera.
Injifannoon Uummata Oromoof ❗️

