ONM-ABO Muddee 17,2024 WBOn Zoonii Giddu Gala Oromiyaa godina Kaaba Shaggar aanaa Warra Jaarsoo ganda Bobee Liiban keessatti kaleessa Muddee 16,2024 tarkaanfii laalessaa waraana faashistii PP irratti fudhateen tiksitoota barcuma Abiy irraa 34 ajjeesuun 42 madeessee jira.
Injifannoon Uummata Oromoof ❗

