Site icon Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Humni Waloo Zoonii Bahaa fi Harsadee Lixa Harargee aanaa Hancaar keessatti diina adabe – Duula Cichoomina Kaayyoo

DUULACICHOOMINAKAAYYOO

ONM-ABO Muddee 27, 2024

Godina Lixa Harargee aanaa Hancaar keessatti ganama har’aa Muddee 27 Duula Cichoomina Kaayyoo Milkeessuuf mooraa waraana faashistii PP sadii irratti tarkaanfii fudhateen mooraa keessaa ari’ee buusuun mooricha barbadeessee jira.

Tarkaanfii jajjabduu kanas humni waloo gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo Zoonii Bahaa Cibraa Calii Calanqoo fi Carcar Xirroo humna zoonii Harsadee waliin ta’uun mooraa sadii kan Ittisa, Saqaa fi Dugda Qeeransaa jedhamu irratti fudhataniin waraana maafiyaa Abiy Ahimed irraa 52 lama ajjeesuun 23 madeessee jira.

Injifannoon Uummata Oromoof ❗️

Exit mobile version