Site icon Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Eebba Kitaabaa ‘’BILISUMMAAF KAFFALII” fi Kabaja Hundeeffama Waggaa 5ffaa ABO-WBO WABII SABAA KAAYYOO IRBUU SHINNIGGAA – Jaarmiyya ABO-WBO idle Addunyaa Hagayya 10, 2023

Eebba Kitaabaa ‘’ BILISUMMAAF KAFFALII” fi Kabaja Hundeeffama Waggaa 5ffaa ABO-WBO WABII SABAA KAAYYOO IRBUU SHINNIGGAA

Sagantaa seena-qabeessa, mallattoo tokkummaa, cichoominaa fi gootummaa:

Eebba Kitaabaa “Bilisummaaf Kaffali” jedhu Liban Yusufiin barreeffamee fi
Kabaja Hundeeffama Waggaa 5ffaa ABO-WBO Kaayyoo Irbuu Shinniggaa irratti akka hirmaattan kabajaa fi jaalalan affeeramtaniittu!

Sagantaa kana irratti Hayyootni Oromoo kana akka professor Mohamed Hasan, Jaal Waloo Zelaalem fi Qondaalonni Jaarmayaa ABO-WBO; Jaal Qajelaa Siraj, Jaal Jirenyaa Guddata, Jaal Lalisee Roobaa fi Jaal Ahmed Kamal irratti argamuun haasaa Taasisi

Guyyaan isaa: Dilbata, Hagayya 10, bara 2025

Sa’aan: 7:00 PM galgala (Sa’a Oromiyaatti)

Bakki itti geggeeffamu: Toora Zoom

Galiin gurgurtaa isaa guutummaan guutuutti WBOdhaaf oola

Kanaafuu, miseensota, deeggartootaa ABO-WBO, fi ilmaan Oromoo martuu irratti hirmaadhaa, qoodaa fi gumaachaa keessan bahadhaa!

IRRAA HIN HAFIINAA
’’BILISUMMAAF: ANIS, ATIS, HUNDI KEENYUU DIRQAMA QBO NURRAA BARBAADDU HAA KAFFALLU!”

Tokkummaan keenya – Injifannoo keenya!

Exit mobile version