Amnastii Intarnaashinaal ‘ WBO dubartootafi shamarran gareen gudeeduu dabalatee miidhaawwan saalaa garagaraa raawwatu jedhe himate. Dhimma kanarratti Gorsaa Ajajaa Waraana Bilisummaa Jaal Jireenyaa Guddataa Oromoo gaafanneerra Dhiyaadhaa! BBC Afaan Oromoo, Bittotessa 7, 2026

