Warasnni faashistii Abiy Ahmed lixa Shaggar Aanaa Ilfataa Ganda Dirree bareedaatti mana qotee bulaa Oromoo gubaa jira.
ONM-ABO Caamsaa 21,2022
Sirni PP Duula uummata Oromoo irratti labsaniin tarkanfi gara jabeenya uummata keenya irratti fudhachaa jiru. Lixa Shaggar aanaalee hedduu keessatti ergamtoonni PP maqaa Waraanni faashistii Abiy Ahmed lixa Shaggar Aanaa Ilfataa Ganda Dirree bareedaatti mana qotee bulaa Oromoo gubaa jira.
Sirni PP Duula uummata Oromoo irratti labsaniin tarkanfi gara jabeenya uummata keenya irratti fudhachaa jiru. Lixa Shaggar aanaalee hedduu keessatti ergamtoonni PP maqaa sakattaa WBOtiin uummata dararuu erga eegalanii kan torbee lamaa asi adduma.
Torbee lamaan darbe kana keessatti aanaa ilfataatti jajjabeen waraana bilisummaa Oromoo irra deddeebiin tsrkaanfi faashistoota Abiy Ahmed irratti fudhatuun aaruun mana uummstaa guyyuu gubaa jiru, qabeenya uummataas saama skka jiran maddi keenya ganda dirree Bareedaati Arraats Biyyoolessaaf dhaamaniiru.
Akks maddi kernya kun himetti Caamsaa 21,2022 aanaa Ilfataa ganda Dirree Bareeda bakka addaa Saloolo Dagaaliitti mana qotee bulaa Oromoo obboo Mangistuu Addunnaa fi Kumalaa Qalbeessa abiddaan barbadeessan. Obboo kumalaa qalbeessa irra torbee darbe keessa mana tokkoo fi midhaan gosa garagaraa kumtaala 40 fudhatanii turan.
Guyyaa har’aas mana tokkittii haftetti derbi’uun sbiddaan kan guban yoo ta’u namoonni kunniin yakka godhan qabaatanii osoo hin taane waanuma Oromoo ta’aniif isaanii fi maatii isaani mana malee hambisuun beelaan akka dhumaniif kan jedhan jiraattota gands Dirree Bareedaati.sakattaa WBOtiin uummata dararuu erga eegalanii kan torbee lamaa asi adduma.
Torbee lamaan darbe kana keessatti aanaa ilfataatti jajjabeen waraana bilisummaa Oromoo irra deddeebiin tsrkaanfi faashistoota Abiy Ahmed irratti fudhatuun aaruun mana uummstaa guyyuu gubaa jiru, qabeenya uummataas saamaa akka jiran maddi keenya ganda dirree Bareedaati Arraata Biyyoolessaaf dhaamaniiru.
Akka maddi keenya kun himeetti Caamsaa 21,2022 aanaa Ilfataa ganda Dirree Bareeda bakka addaa Saloolo Dagaaliitti mana qotee bulaa Oromoo obboo Mangistuu Addunnaa fi Kumalaa Qalbeessa abiddaan barbadeessan. Obboo kumalaa qalbeessa irra torbee darbe keessa mana tokkoo fi midhaan gosa garagaraa kumtaala 40 fudhatanii turan.
Guyyaa har’aas mana tokkittii haftetti derbi’uun ibiddaan kan guban yoo ta’u namoonni kunniin yakka godhan qabaatanii osoo hin taane waanuma Oromoo ta’aniif isaanii fi maatii isaani mana malee hambisuun beelaan akka dhumaniif kan jedhan jiraattota ganda Dirree Bareedaati.

