Site icon Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBOn godina Gujii lixaa ona Surroo Barguddaa keessatti ganama kana milishoota lama meeshaa waliin dhuunfate

Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBOn godina Gujii lixaa ona Surroo Barguddaa keessatti ganama kana milishoota lama meeshaa waliin dhuunfate.

( ONM-ABO Waxabajjii 20,2022 )

Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo zoonii kibbaa ganama har’aa Waxabajjii 20,2022 godina Gujii lixaa aanaa Surroo Barguddaa ganda Galmaa keessatti Cibraan GOOROO DUGDAA lukkeelee diinaa hattootaa fi saamtoota uummata Oromoo kan taate warra milishaa ofiin jechuun qawwee baadhatanii uummata Oromoo ajjeesuuf karoora diinaa fudhatanii bobba’an har’a ganama barii keessaa sa’a 11:00 tti nama lama qawwee AKM 2 wajjin dhuunfatee jira.

Injifannoon Uummata Oromoof!

Exit mobile version