Site icon Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Kibba lixa shaggar Aanaa Walisoofi Aanaa Wanciitti hidhaan Dargaggoota fi Jiraattota irraatti Jabaate jira. Aanaa Walisoo magaala Dilallaa keessatti dargaggoo

Kibba lixa shaggar Aanaa Walisoofi Aanaa Wanciitti hidhaan Dargaggoota fi Jiraattota irraatti Jabaate jira. Aanaa Walisoo magaala Dilallaa keessatti dargaggoo

(SQ-Adoolessa 11/2022)

  1. Mokee Tirfessaa
  2. Abbuu Abarraa jedhaman guyyaa kaleessa Adoolessa 10/2022 hidhaman.
    Akkasuma Aanaa Wancii Gandaa Dulelee Billaachaa Mana #Obbo_Namsoo_Fayyisaa gubuun qabeenya guutuu jalaa barbadeessuun matii guutuu dararaanii kaan ukkamsanii deeman.
    Matii hidhaman keessaa
  3. Obboo Fixumaa Amdisaa
  4. Obboo Lammaa Gammachuu fi Dubartii maqaa isaanii hin argannee tokko waliin qabanii uukkamsaan.

Haroo wancii keessattis Guyyaa hardhaa Adoolessa 11/2022 dargaggoota

  1. Damisee Tafarraa
  2. Daniel Abdiisa
  3. Mosisaa Warqinaa fi warreen ammaaf maqaa isaanii hin argannee biroo waliin ukkaamsuun itti fufee jira.
Exit mobile version