ONM-ABO Hagayya 18,2022 Abdii fi gaaddisni saba Oromoo WBOn tarkaanfii laalessaa godina Gujii Lixaa ona Bulee Horaa ganda Gaalee Magaadaa keessatti har’a ganama toora sa’a 4:30 irratti fudhateen ajajoota waraana bilxiginnaa dabalatee loltootni hedduun du’aa fi madoon adabamanii jiru.
Injifannoon uummata Oromoof

