• Mon. Jan 12th, 2026

Abdii fi gaaddisni saba Oromoo WBOn tarkaanfii laalessaa godina Gujii Lixaa ona Bulee Horaa ganda Gaalee Magaadaa keessatti

Aug 18, 2022

ONM-ABO Hagayya 18,2022 Abdii fi gaaddisni saba Oromoo WBOn tarkaanfii laalessaa godina Gujii Lixaa ona Bulee Horaa ganda Gaalee Magaadaa keessatti har’a ganama toora sa’a 4:30 irratti fudhateen ajajoota waraana bilxiginnaa dabalatee loltootni hedduun du’aa fi madoon adabamanii jiru.

Injifannoon uummata Oromoof

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading