Site icon Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Ajjechaan Oromummaa sababeeffatee Ilmaan Oromoo irratti raawwatu akkuma itti fufetti jira

Ajjechaan Oromummaa sababeeffatee Ilmaan Oromoo irratti raawwatu akkuma itti fufetti jira.

(SQ-Hagayya 24, 2022)

Dargaggoo Araarsaa Tashoomee kaleessa Hagayya 23, 2022 halkaan keessa naannoo sa’a 3:00 Giddaa Ayyaanaa, naannoo Hospitaalatti mana isaati gad baasanii rasaasa itti robsuun waraanni Biltsiginnaa ajjeesuun gatan. Gocha ajjeecha nama nagaa irraatti rawwatamu akkanaa Oromiyaa keessatti haa baratamuyyuu malee Aanaa Giddaaf naannoo sanatti bifa geddaratee deema waan jiruuf akka of eeggannoo gootaniif wal eegdan dhaamna jedhu Maddeen SQ bakka sanaa.

Exit mobile version