Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo Zoonii Bahaa tarkaanfii
Waraana weerartuu PP irratti fudhachuu ibse.
(Fulbaana 1, 2022 ONM ABO)
Gootichii Waraana Bilisummaa Oromoo zoonii bahaa Godina Harargee lixaa Ona Habroo araddaa 19 biyyoo keessatti Hagayya 30,2022
Tarkaanfii laalessaa waraana weerartuu PP irratti fudhateen loltoota Pp 6 ajjeessee 8 madoon adabee jiraachuu ajajaan WBO naannichaa beeksise.
Tarkaanfii WBOn fudhatu jabaatee itti fufa
Injifannoon Uummata Oromoof!

