Site icon Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Hidhaan Oromummaa irratti xiyyeeffate jabaatee itti fufee jira

Hidhaan Oromummaa irratti xiyyeeffate jabaatee itti fufee jira.

(SQ-Fulbaana 12, 2022)

Guyyaa har’aa ganama sirni abdii kutate Magaalaa Finfinnee Naannoo Askoo bakka Addis Safar jedhamee beekamutti barsiisaa Miliyoon Warqinaa humnooti tikaa ukkaamsuu SQ mirkaneeffatee jira.

Badiin barsiisaa kanaa yoo jiraate Oromummaa isaa qofa.

Exit mobile version