Site icon Qeerroo Bilisummaa Oromoo

WBOn godina Arsii bahaa ona Zuwaay Dugdaa magaalaa Adaree fi gandoota biroo to’ate

WBOn godina Arsii bahaa ona Zuwaay Dugdaa magaalaa Adaree fi gandoota biroo to’ate.

ONM-ABO Onkoloolessa 2, 2022 Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBOn tarkaanfii laalessaa waraana weerartuu bilxiginnaa irratti godina Arsii Bahaa ona Zuwaay Dugdaa keessatti kaleessa Onkoloolessa 1, 2022 fudhateen magaalaa Adaree Leephoo dabalatee gandoota Koche Booree fi Arooressa Qalboo keessaa diinaa fi lukkeelee diinaa gugsuun dhuunfaatee jira.

Hawaasa Oromoo naannichaa waliinis waltajjii taa’uun simannaa gaariin ta’eeraaf.

Injifannoon Uummata Oromoof!

Exit mobile version