Site icon Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Haleellaa xiyyaara nama maleeyyii  murni faashistii Abiy Ahimed uummata nagaa godina Lixa Shaggar ona Cobii ganda Bakkee

Haleellaa xiyyaara nama maleeyyii  murni faashistii Abiy Ahimed uummata nagaa godina Lixa Shaggar ona Cobii ganda Bakkee Oofuu irratti osoo isaan Gaaddisa jalattii wal  ga’ii taa’aa  jiran irraatti raawwateen lubbuun namoota 50 olii ajjeefamuun namootni nagaan 80 ol madaa’aniiru.

Viidiyoon Kun Kan bakkasii fudhatameedha.

Disturbing pictures ⚠️

Exit mobile version