Site icon Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Waraanni Bilisummaa 0romoo Tarkaanfii Jajjabduu fudhachuu itti fufe

Waraanni Bilisummaa 0romoo Tarkaanfii Jajjabduu fudhachuu itti fufe.

(SQ-Sadaasa 27/2022)

Waraanni Bilisummaa Oromoo Zoonii Giddu galeessaa Ona Dirree Incinnii Araddaa Roggee Dagaa fi Buyyamaa Roggee, akkasumas, Ona Alii Osootti lola taasiseen Injifannoo Boonsa Galmeesse.

Lola kanarraattis Mooraa Qabsoo Bilisummaa Oromoof

Exit mobile version