Site icon Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Humnoonni Mootummaan Bobbaase Dargaggoo Shimallis Namarraa Bulchisa Magaalaa Buraayyuu Bakka Adda Kattaa Jedhamuun ukkamsuun dhagahame

Humnoonni Mootummaan Bobbaase Dargaggoo Shimallis Namarraa Bulchisa Magaalaa Buraayyuu Bakka Adda Kattaa Jedhamuun ukkamsuun dhagahame.

(SQ-Mudde 25/2022)
Dargaggoo Shimallis Namarraa Mudde 22/2022 galgala Bulchisa Magaalaa Buraayyuu Bakka Kattaa jedhamuun beekamuutti qaamoonni mootummaan bobbasee butan.

Akka Madde Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo himeetti yakka tokko malee ukkamsuufi hanga ammaatti eessaa akka jiruu hinbaramnees jedhameera.

Aklasumas, Shamallis Hojjeeta Mootummaa tahuus ni dubbatu.

Exit mobile version