Site icon Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Murni bilxiginnaa lola godina Qellem Wallaggaa aanaa Anfilloo magaalaa Muggii keessatti ganamaa ka’ee itti ulfaateen kasaaraa irra ga’aa jiru irraa baraaramuuf xiyyaara waraanaa diroonii jedhamuun magaalaa Muggii irratti haleellaa raawwachuuf marsaa jirti

ONM-ABO 5 Amajjii 2023 Murni bilxiginnaa lola godina Qellem Wallaggaa aanaa Anfilloo magaalaa Muggii keessatti ganamaa ka’ee itti ulfaateen kasaaraa irra ga’aa jiru irraa baraaramuuf xiyyaara waraanaa diroonii jedhamuun magaalaa Muggii irratti haleellaa raawwachuuf marsaa jirti.

Uummatni daandii gubbaa irratti akka wal hin geenye!

Exit mobile version