Site icon Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Oromiyaa bakkoota Hedduutti Waraanni Mootummaa Mana jiraattoota Gubaa jira

(SQ-Gurraandhala 10/2023)

Gidduu Galeessaa Oromiyaa Lixa Shaggar Aanaa Jalduutti Waraanni Mootummaa mana Jiraattoota 50ol abiddaan Barbadeessuu Maddeen Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoof himan.

Exit mobile version