Site icon Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Humnoonni Mootummaa Xiyyeeffannoon Namoota hawwaasa biraatti fudhatama qaban irraatti xiyyeeffatani hidhaatti guura jiru

SQ-Fulbana 1/2023

Weellisa Abbuu Ganamoo dhalata Godina Arsii Lixaa Aanaa Shaashamanne Jiraata ganda 01 tii Aabbuun humna Waraa-na  Mootummaatiin Bilxiginnaatiin Hagayya  9/12 2015 halkan keessa sa’aatii 5:30 keessa mana isaati butamee achii buuteen isaa yeroof dhabamee maatii fi hiriyyoonni isaa dhamaatii hama keessa turan turtii guyyaa 10 booda Qajeelcha Poolisi Magaala Shaashamanne Waajira poolisi 81 tti hidhamee keessatti raga arganii booda sababa inni hidhameefis yoo gaafataman haala yerooti jedhanii dubbisus dhoorkama akka jiran dhaagahame.

Exit mobile version