Jaal Galma Kaayyoo (Galma Guyyoo Jiloo) Kitaaba WALLAANSOO xumuree dubbistootaaf dhiheessee jira!
Haaluma kanaan Eebbi Kitaaba Kanaas Dilbata dhufu Fulbaana 17, 2023 karaa Toora Zoom waan geggeeffamuuf Jaallattoonniif Mararfattoonni Aartii Oromoo, akkasumas Waraana Bilisummaa Oromoo akka irraa qooda fudhattan afeeramtaniittu.
Sagantaa kanarratti Hoogganoonniif Qondaalonni ABO-WBO dirreerraa ni argamu!
Yeroon Dilbata Sa’a 10:00 Finfinne Time dha.

