• Wed. Mar 25th, 2026

Waraanni Bilisummaa Oromoo ulaa cufaan Qabsoo taasisu jabeessee itti fufuun har’allee dirqama dachaa ba’ataa jira!

Sep 12, 2023

Jaal Galma Kaayyoo (Galma Guyyoo Jiloo) Kitaaba WALLAANSOO xumuree dubbistootaaf dhiheessee jira!

Haaluma kanaan Eebbi Kitaaba Kanaas Dilbata dhufu Fulbaana 17, 2023 karaa Toora Zoom waan geggeeffamuuf Jaallattoonniif Mararfattoonni Aartii Oromoo, akkasumas Waraana Bilisummaa Oromoo akka irraa qooda fudhattan afeeramtaniittu.

Sagantaa kanarratti Hoogganoonniif Qondaalonni ABO-WBO dirreerraa ni argamu!

Yeroon Dilbata Sa’a 10:00 Finfinne Time dha.

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading