Site icon Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Marii gabaabaa haala yeroo irratti Ogeessota Arraata Biyyoolessa Oromiyaa Jaal Daandii Elemoofi Jaal Naatoo Lammii waliin taasisnee jirra โ€“ Haala ๐——๐˜‚๐˜‚๐—น๐—ฎ ๐—ถ๐—บ๐—ฎ๐—น๐—ฎ ๐—•๐—ถ๐—น๐—ถ๐˜€๐˜‚๐—บ๐—บ๐—ฎ๐—ฎ๐—ณ๐—ถ ๐—Ÿ๐—ฎ๐—ฏ๐˜€๐—ถ๐—ถ ๐˜‚๐—ด๐—ด๐˜‚๐—ฟ๐—ฎ๐—ฎ irratti marii gaggeessinee jirraa, nu eeggadha!

Marii gabaabaa haala yeroo irratti Ogeessota Arraata Biyyoolessa Oromiyaa Jaal Daandii Elemoofi Jaal Naatoo Lammii waliin taasisnee jirra. Galgala kana akka yeroi Finfinneetti saโ€™a 3:00 PM irratti karaa Tv, Rumble, Telegram channel fi Facebook keenyaan ni dhiyaata. Haala ๐——๐˜‚๐˜‚๐—น๐—ฎ ๐—ถ๐—บ๐—ฎ๐—น๐—ฎ ๐—•๐—ถ๐—น๐—ถ๐˜€๐˜‚๐—บ๐—บ๐—ฎ๐—ฎ๐—ณ๐—ถ ๐—Ÿ๐—ฎ๐—ฏ๐˜€๐—ถ๐—ถ ๐˜‚๐—ด๐—ด๐˜‚๐—ฟ๐—ฎ๐—ฎ irratti marii gaggeessinee jirraa, nu eeggadha !

Exit mobile version