Daawwattoota keenya kabajamoo qophii Qorqortii Siyaasaa Arraata Biyyoolessa Oromiyaaf Qondaala Waraana Bilisummaa Oromoo itti aanaa Ajajaa WBO Kaabaa fi Kaaba Lixa Shaggar Jaal Booree Lammii waliin dhimmoota garaagaraa irratti maree taasisnee jirra.
Har’a galgala akka sa’a Oromiyaatti sa’a 2:30 irratti toora TV ONM, YouTube fi Telegram Arraata Biyyoolessa Oromiyaa irraan qabannee isiniif dhiyaanna.
Nu hordofaa!

