• Wed. Mar 25th, 2026

Qondaala Waraana Bilisummaa Oromoo itti aanaa Ajajaa WBO Kaabaa fi Kaaba Lixa Shaggar Jaal  Booree Lammii waliin dhimmoota garaagaraa irratti maree taasisnee jirra

Nov 16, 2022

Daawwattoota keenya kabajamoo qophii Qorqortii Siyaasaa Arraata Biyyoolessa Oromiyaaf Qondaala Waraana Bilisummaa Oromoo itti aanaa Ajajaa WBO Kaabaa fi Kaaba Lixa Shaggar Jaal  Booree Lammii waliin dhimmoota garaagaraa irratti maree taasisnee jirra.

Har’a galgala akka sa’a Oromiyaatti sa’a  2:30 irratti toora  TV ONM, YouTube fi Telegram Arraata Biyyoolessa Oromiyaa irraan qabannee isiniif dhiyaanna.

Nu hordofaa!

Sagalee Cunqurfamoota

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading